Pular para o conteúdo
Publicidade

Órfãos

Por Bíblia Online

Deus tem um cuidado especial pelos órfãos. Ele se apresenta como pai dos que não têm pai e defensor dos desamparados, e ordena a seu povo que faça o mesmo.

Deus, pai dos órfãos

O Senhor é pai dos órfãos e protetor das viúvas. Ele sustenta os que perderam amparo humano e cuida deles com ternura.

Waaqaaf faarfadhaa;

faarfannaa galataa maqaa isaatiif faarfadhaa;

isa duumessaan gulufu sana jajadhaa;

maqaan isaa Waaqayyoo dha;

fuula isaa durattis baayʼee gammadaa.

Waaqni warra abbaa hin qabneef abbaa,

niitota dhirsoonni irraa duʼaniifis falmaa taʼe sun

iddoo jireenya isaa qulqulluu keessa jira.

Waaqayyo alagaadhaaf eegumsa ni godha;

ijoollee haadhaa fi abbaa hin qabnee fi

dubartoota dhirsoonni irraa duʼan ni jiraachisa;

karaa jalʼootaa garuu ni balleessa.

Dadhabdootaa fi ijoollee abbaa hin qabneef murtii qajeelaa kennaa;

mirga hiyyeeyyiitii fi cunqurfamtootaas eegsisaa.

Ani akka ijoollee haadhaa fi abbaa hin qabneetti isin hin dhiisu; gara keessan nan dhufa.

O chamado da justiça

A religião pura é visitar órfãos e viúvas em suas aflições. Deus ordena a defesa do necessitado e o cuidado com os mais frágeis.

Amantaan Waaqa Abbaa keenya duratti qulqulluu taʼee fi kan mudaa hin qabne isa kana: kunis ijoollee abbaa fi haadha hin qabnee fi haadhota hiyyeessaa rakkina isaanii keessatti kunuunsuu fi xuraaʼummaa addunyaa irraa of eeggachuu dha.

waan qajeelaa hojjechuu baradhaa!

Murtii qajeelaa barbaadaa;

warra hacuucame jajjabeessaa.

Ijoollee abbaa hin qabneef falmaa;

haadha hiyyeessaatiif dhaabadhaa.

"Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: Murtii qajeelaadhaan bulchaa; waliif araaramaa; garaas walii laafaa. Isin haadha hiyyeessaa yookaan ijoollee abbaa hin qabne yookaan alagaa yookaan hiyyeeyyii hin hacuucinaa. Garaa keessanitti hammina walitti hin yaadinaa.

"Haadha hiyyeessaatii fi ijoollee abbaan irraa duʼe hin hacuucinaa. Yoo isin isaan miitanii isaan immoo natti booʼan ani dhugumaan booʼicha isaanii nan dhagaʼa. Aariin koo ni bobaʼa; anis goraadeedhaanan isin fixa; niitonni keessan haadhota hiyyeessaa taʼu; ijoolleen keessanis kanneen abbaa hin qabne taʼu.

ani hiyyeessa gargaarsa barbaachaaf booʼu,

nama abbaa hin qabne kan namni isa gargaaru tokko iyyuu hin jirre fureeraatii.

Namni duʼuu gaʼe na eebbiseera;

ani akka garaan haadha hiyyeessaa gammachuun ililchus godheera.

Seja o primeiro