Publicidade

Ouvir

Por Bíblia Online

Ouvir é uma disciplina espiritual essencial. A Bíblia exorta: 'Quem tem ouvidos, ouça.' A fé vem pelo ouvir, e ouvir é mais que escutar — é obedecer e agir.

A fé vem pelo ouvir

Sem ouvir a Palavra, não há fé. A pregação do evangelho gera fé nos corações de quem ouve com disposição e humildade.

Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

Ammoo yoo itti hin dhugeeffatin attam waammatuu dande’a? Marroo isaa adoo hin dhage’in attam itti dhugeeffatan ree? Adoo nami itti hin lallabin attamiin dhage’uu dande’an ree?

Nami gurra qabu dhage’uu ti!» jedhe.

Maarre raagi Isaayaas dubbatte isaan irratti muummoweera; wonni raagamelle,

«Isin caqasiisa hinuma caqattan, ammoo hin hubattanu,

ilaaliisa hinuma ilaaltan, ammoo ijjumaa hin dhaggitanu,

qalbiin isaanii waan sigiddeef,

gurri isaanii hin dhage’u,

ilti isaanii dunuunfatteerti,

maarre isaan ila isaaniitiin hin ilaalanu,

gurra isaaniille’een hin caqasanu,

qalbii isaaniitille’een hin hubatanu, hin deebi’anullee,

anille silaa isaan hin fayyisaayyujedhe.

Ouvir e obedecer

Não basta ouvir — é preciso praticar. Quem ouve a Palavra e a pratica é como o homem sábio que edificou sobre a rocha.

Worra jecha hujii irra oolchu te’aa malee, worra dhage’u qofa teetanee ifi hin sobina’a.

Worra jecha hujii irra oolchu te’aa malee, worra dhage’u qofa teetanee ifi hin sobina’a.

Dhage’anee Hujii Irra Oolchuu

Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, tana hubatuu qaddan! Nami martinuu dhage’iisaaf ka ariifate, dubbatiisaa fi aariisaaf ka hin ariifanne te’uu ti;

Dhage’anee Hujii Irra Oolchuu

Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, tana hubatuu qaddan! Nami martinuu dhage’iisaaf ka ariifate, dubbatiisaa fi aariisaaf ka hin ariifanne te’uu ti; sababille aariin namaa balchummaa Waaqaa hin fiddu.

Jara Lamaan Mana Ijaartu

Yesuus, «Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra oolchu namicha qaroo mana ifii rassaa irratti ijaarrate tokko fakkaatta.

Jara Lamaan Mana Ijaartu

Yesuus, «Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra oolchu namicha qaroo mana ifii rassaa irratti ijaarrate tokko fakkaatta. Bokkeenni roobee, lolaan lola’ee, bubbeen bubbittee mana san dhiidde. Manni sun ammoo rassaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.

«Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra hin oolchine namicha gowwaa mana ifii maansa irratti ijaarrate tokko fakkaata. Bokkeenni roobee, lolaan lola’ee, bubbeen bubbittee mana san dhiidde. Manni sunille jigee akka malee butute» jedhe.

Yesuus ammoo, «Barreeffam Woyyichi, Jecha afaan Waaqaa keessaa bawu maraan malee, nami sagalee calla’aan hin le’ujedha» jedhee deebise.

Inni ammoo deebisee, «Worri jecha Waaqaa dhage’ee ajajamuuf caalaa ka badhaadhe!» jedhe.

Inni ammoo deebisee, «Worri jecha Waaqaa dhage’ee ajajamuuf caalaa ka badhaadhe!» jedhe.

Waan na irraa barattane, waan na irraa fudhattane, waan na irraa dhageettanee fi waan ani hujuun dhaggitane maraa isinille tolcha’a! Waaqi abbaan nageyaa isin woliin hin jiraata.

Deus ouve nossas orações

O Senhor ouve os que clamam a Ele de coração sincero. Ele inclina os ouvidos para as nossas súplicas e responde com fidelidade.

Galata Nama Dhibamee Fayyee

Mootiin Waan Maraa

qoonqoo tiyyaa fi iyyata kiyya waan dhage’eef,

ani isa jaaladha.

Inni waan naa dhage’uuf,

ani bara jiruu tiyyaa mara isa waammadha.

Rakkinna kiyya keessatti

ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;

akka na qarqaaruuf,

Waaqa kiyyatti iyye.

Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa

qoonqoo tiyya dhage’e;

iyya tiyyalle caqase.

Ilti Mootii Waan Maraa

gara balchoole’ee ilaalti;

gurri isaalle iyya isaanii caqasa.

Ee Mootii Waan Maraa,

ganama qoonqoo tiyya hin dhageetta;

ganama mara si daadimadhee

deebii si irraa eegadha.

Ililleetti’ii fi gammada na dhageessisi;

ati na caccassitee butuchitulle

ani deebi’ee hin gammada.

Ani waan si addadhuuf,

ganama ganama bari’iin

jaalala keeti ka bara baraa natti lallabi.

Lubbuun tiyya gara keeti waan yaadduuf,

karaa ani irra deemu’uu male na barsiisi.

Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage’a.

Waan isa gaafannu mara akka inni nu’uu dhage’u yoo beenne, yennaa isa gaafannu mara akka fudhannu hin beenna.

Isinille gara kiyya dhuttanee maqaa kiyya waammattaa gara kiyya hin daadimattan; anille isiniif hin dhage’a.

inni, Na waammadhu! Anille si’iif hin deebisa; waan guddoo ati hin beenne ta ati qorqortee bira hin geenne sitti hin himajedha.

Cubbuu, Cubbuu Irraa Deebi’iisaa Fi Wodamiisa

Kunoo, harki Mootii Waan Maraa fayyisiisaaf hin gabaabbanne; gurri isaalle dhage’iisa hin dadhanne.

Ouvir a voz de Deus

Jesus disse: 'As minhas ovelhas ouvem a minha voz.' Deus fala através da Palavra, do Espírito e das circunstâncias — cabe a nós ouvir.

Hooloti tiyya qoonqoo tiyya dhageetti; ani isaan beeka, isaanille na hordofan.

«Ani dhugaa isinitti hima; nami jecha kiyya dhage’u ka na ergelle’etti ka dhugeeffatu jiruu bara baraa qaba; inni du’a irraa gara jiru’uu tareera; isatti hin murantu. Ani dhugaa isinitti hima, yennaan worri du’ane qoonqoo Ilma Waaqaa dhage’anu dhufaarti; ammumaayyuu dhutteerti; worri isii dhage’u jiru’uun le’a.

Kunoo, ani balbala dura dhaabbadhee balbala dhodhowa; eennulle qoonqoo tiyya dhage’ee yoo balbala naaf bane, ani seenee isa woliin nyaadha, innille na woliin nyaata.

Kunoo, ani balbala dura dhaabbadhee balbala dhodhowa; eennulle qoonqoo tiyya dhage’ee yoo balbala naaf bane, ani seenee isa woliin nyaadha, innille na woliin nyaata.

Mootii Waan Maraa Waaqa keessan hordofa’a; isa sodaadha’a; ajajoota isaa eegadha’a; isaaf ajajama’a; isa tajaajila’a; isatti maxxana’a.

Waaqi Ayyaana ifii isinii kennee, bilbaasa isin oddu’utti wonni hujuuf, waan Seera eeggattaneef moo, yookiin Oduu Gammadaa dhageettanee waan itti dhugeeffattaneef?

Sabedoria no ouvir

Seja pronto para ouvir e tardio para falar. A sabedoria começa com a disposição de ouvir instrução e aceitar correção.

Dubbii adoo hin caqasin deebii kennuun,

gowwumma’a;

fokko’ollee.

Nami gorsa dhage’u,

qananummaa dhaggata;

nami Mootii Waan Maraa

addatulle hin gammada.

Gaarayyeeffatiisa Irraa Ifi Eeggatiisa

Ilma kiyya, ajaja abbaa keetii eegadhu;

barsiisa haadha teetiille hin lakkisin.

Nami gorsa fudhatu karaa jiru’uu namatti mudhisa;

nami xixicha tuffatu ammoo

karaa irraa nama milissa.

Nama seeraaf hin ajajanne,

daadimati isaatuu akka malee hin jibbisiisa.

Faaruu worra gowwa’aa caqasu’uu mannaa, xixicha nama qaro’oo caqasuu woyya.

Wonni marti haga nami dubbatuu dadhabutti nama hifachiitti. Ilti ilaaltee hin quuttu; gurrille dhage’iisaan hin guutamu.

«Isin na mormitanee, na dhage’iisa yoo diddane, ani akka cubbuu teessaniititti dachaa torba rakkinna isinitti fida.

isin yoo naaf dhage’uu diddane, maqaa kiyyaaf ulfinna kenniisaaf yoo itti yaaduu dhaddane, ani abaarsa isin irratti hin erga; eebbaa keessanille abaarsatti hin jijjiirra; waan isin ulfinna naaf kenniisaaf itti yaaduu dhaddaneef, dhuguma ani ammaayyuu isin abaareera.

Ani yennaa sitti dubbadhu ammoo afaan keeti hin bana; atille isaaniin, Goottaan Mootiin Waan Maraa akkana jedhahin jetta. Isaan worra finqilaa waan te’aneef, nami dhage’u, dhage’uu ti; nami dhage’uu didatu lakkisuu ti.

Goottaan Mootiin Waan Maraa,

«Kunoo barri ani lafa tana irratti beela fidu hin dhufa;

beelti sun ta namooti jecha Mootii Waan Maraa

dhage’iisa dhabanee beelotanu malee,

beela sagale’ee yookiin dheebuu bisaaniitii moti.

Gara halkan wodhakka’aatitti Phawuloosii fi Siilaas daadimanna’aa fi faaru’uun Waaqa leellifataaraniiyyu; worri hidhame dhibiille isaan caqasaaraayyu.

Achiin duuba Iyaasuun kolbaa Israa’eliitiin, «Asi dhikaadha’aatii jecha Mootii Waan Maraa Ka Waaqa keessanii caqasa’a.

Tanaaf wonni isin dukkana keessatti dubbattane, ifa guyya’aatitti bayee hin dhage’ama, wonni isin diinqa cufamaa keessatti qofuu haasottane guutuu manaa irratti hin lallabama» jedhe.

Nama Yakkeef Maan Godhuu Akka Barbaachisu

«Obboleessi keeti yoo si yakke, dhaqii lafa isin lamaan qofi jirtanutti yakkaa isaa itti himi. Inni yoo si dhage’e, ati deebittee obboleessa keeti isa godhatta.

Nama Yakkeef Maan Godhuu Akka Barbaachisu

«Obboleessi keeti yoo si yakke, dhaqii lafa isin lamaan qofi jirtanutti yakkaa isaa itti himi. Inni yoo si dhage’e, ati deebittee obboleessa keeti isa godhatta. Inni yoo si hin dhage’in ammoo, dubbiin marti dhugaa baya nama lamaatiin yookiin sadiitiin waan mirkanoottuuf, nama dhibii tokko yookiin lama fudhadhuu dhaqi. Inni yoo isaan dhage’uu dide, wolde’a kiristaanaatitti himi; wolde’a kiristaanaalle yoo dhage’uu dide, akka worra Yihudoota hin te’iniitii fi guurtuu qaraxaatitti laakkow.

Abbaan sodda’aa ka isaa Yetro, Mootiin Waan Maraa harka worra Gibxi’ii keessaa isaan baasiisaan, waan dansaa inni Israa’elootaaf godhe maratti gammadee,

«Danbaliin du’aa na marsitee,

lolaan badi’ii na gad liqinse.

Wodaroon awwaalaa na xaxxee,

tiyyoon du’aa na qabatte.

Rakkinna kiyya keessatti

ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;

akka na qarqaaruuf,

Waaqa kiyyatti iyye.

Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa

qoonqoo tiyya dhage’e;

iyya tiyyalle caqase.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-