Publicidade

Paciência

Por Bíblia Online

A paciência é fruto do Espírito e virtude essencial da vida cristã. Deus é paciente conosco, e nos chama a ser pacientes com os outros e nas provações.

A paciência de Deus

Deus é clemente e tardio em irar-se. Sua paciência revela seu desejo de que todos se arrependam e cheguem ao conhecimento da verdade.

Mootiin Waan Maraa

mararti’ii fi araaraan ka guutame,

ka aari’iif hin ariifannee fi ka jaalala guddaa qabu.

Akka namooti gariin tura seyanutti Goottaan waan waadaa gale muummessiisaaf hin turu. Ammoo nami duudiin cubbuu irraa akka deebi’uuf malee, nami tokkolle akka badu waan hin barbaanneef, isiniif ossa.

Jaalota tiyya, waan tokko hin dedhina’a! Goottaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaa ti; woggaan kum akka guyyaa tokkoo ti.

Gadda keessan mudhisiisaaf,

woyaa teessan tarsaasiis hin gewu;

Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan arjaa, mararaa,

mufi’iif ka hin ariifanne, ka jaalala bara baraa guddaa qabu,

adabiisaafille ka hin ariifanne, waan te’eef,

gara isaa deebi’aa!

Teetu malee, Yesuus Kiristoos worra cubbaaleyyii keessaa, na cubbaalessa sara tareef ossa ifii ka haga hin qanne mudhisiisaaf, worra isatti dhugeeffatu’uu jiruu fi worra jiruu bara baraa dhaggatu’uu jiruuf, fakkeenna akka te’uuf marartii isaa dhaggadheera.

Mootiin Waan Maraa ammalle isin marariisaaf hin ossata; inni isiniif nayiisaaf hin ka’a; Mootiin Waan Maraa Waaqa haqaa ti; tanaaf worri isatti addatu duudiin gammaduu ti.

Esperar com paciência

Os que esperam no Senhor renovam as forças. A paciência produz caráter, e o caráter produz esperança que não decepciona.

Mootii Waan Maraa eegadhu;

jabaadhu; addii hin kutatin;

Mootii Waan Maraa eegadhu.

Mootii Waan Maraa duratti cadhisiitii,

ossaan isa eeggadhu;

worra hamaaleyyii

yaad hamaan isaanii toleef itti hin aarin.

Ee Mootii Waan Maraa,

ganama qoonqoo tiyya hin dhageetta;

ganama mara si daadimadhee

deebii si irraa eegadha.

Waan hin fudhatin yoo addii godhanne ammoo, ossaan hin eeganna.

Addii qaddanuun gammada’a; rakkinna ossadha’a; yennaa mara daadimadha’a.

Mootiin Waan Maraa isiniif waan loluuf itita’a» jedhe.

Paciência nas provações

O amor é paciente. A paciência é marca de maturidade espiritual e nos permite perseverar mesmo quando as circunstâncias são adversas.

Jaalalli ossaamessa; jaalalli arja’a; jaalalli hin hinaafu; hin bondhooru; ifi hin jaju. Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu’aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu.

Yoo addii kutatuu dhanne, yennaan haamma’aa yennaa geette, waan wolitti qabannuuf, hujii dansaa hujiisa me dadhannuu ti.

Waaqi, ossaa fi jajjabeenna namaaf kennu, yaada tokko qabaattanee, fakkeenna Yesuus Kiristoosii hordottanee, addee tokko qoonqoo takka’aan, Waaqa Abbaa Yesuus Kiristoosii akka leellifattanu isin dandeessisu.

Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela’aa fi ossaameyyii te’aa. Jaalalalle’een wol dande’aa.

Yoona worra Waaqaaf filatantane, woyyoontanee fi jaalatantane akkuma teetanetti naasuu, arjummaa, ifi gad qabiisa, qajeelumma’aa fi ossata uffadha’a.

Jecha Waaqaa lallabi; yennaan toltulle, toluu dhabaattulle qophow; ossa gudda’aan namoota balleessanu sirreessaa, xixaa, jajjabeessaa barsiisi.

Perseverança até o fim

Quem perseverar até o fim será salvo. O domínio próprio é maior que a conquista de uma cidade.

Nami haga muumme’ee ciniinnatee ossatu ammoo hin fayya.

Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa’aa eegadha’a.

Nama hunnaamessaa mannaa,

nama ossataa woyya;

nama hunnaan qachaa tokko qabatuu mannaa,

nama ifi qabatu woyya.

Nami ossatu hubantii guddoo qaba;

nami dafee aaru ammoo gowwummaa mudhisa.

«Ani ariifadhee hin dhufa. Eennulle kallacha keeti akka hin fudhanne waan qaddu jabeessii qabadhu.

Aariin isaa yennaa diqqoo qofa;

tolli isaa ammoo bara jiru’uu mara.

Halkan bowaa yoo bulane,

ganama ammoo ililleessi hin te’a.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-