Pular para o conteúdo
Publicidade

Palavras de consolo

Por Bíblia Online

A Bíblia é repleta de palavras de consolo para os aflitos. Deus está perto dos que sofrem e promete enxugar toda lágrima, renovar a esperança e restaurar o coração partido.

Deus está conosco

O Senhor é refúgio e fortaleza. Mesmo no vale da sombra da morte, não precisamos temer — Ele está ao nosso lado para nos consolar.

Ani yoon sulula gaaddisa duʼaa keessa deeme illee

ati waan na wajjin jirtuuf, homaa hin sodaadhu;

uleen keetii fi bokkuun kee na jajjabeessu.

Waaqayyo ibsaa kootii fi fayyina koo ti;

ani eenyunan sodaadha?

Waaqayyo daʼoo jireenya kootii ti;

eenyutu na sodaachisa?

Waaqayyo warra cunqurfamaniif irkoo dha;

yeroo rakkinaattis daʼoo dha.

Ani waan tokko Waaqayyoon nan kadhadha;

waan kanas nan barbaada:

Kunis bara jireenya kootii guutuu

mana Waaqayyoo keessa jiraachuu,

miidhagina Waaqayyoo ilaaluu fi mana qulqullummaa isaa

keessatti isa kadhachuu dha.

Inni guyyaa rakkinaa

iddoo ofii jiraatu na kaaʼataatii;

daʼoo dunkaana isaa jala na dhoksa;

kattaa gubbaattis ol na baasa.

Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati abdii kootii;

ijoollummaa kootii kaaftees ati Waaqa ani amanadhuu dha.

Consolação e esperança

Deus consola os humildes e exalta os abatidos. Ele nunca nos desamparará.

Waaqayyo mataan isaa si dura ni deema; si wajjinis ni jiraata; inni si hin dhiisu yookaan si hin gatu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin."

Isin isaan hin sodaatinaa; Waaqayyo Waaqni keessan mataan isaa isiniif lolaatii."

Ani akkana jedhee si hin ajajnee? Cimi; ija jabaadhus. Waan Waaqayyo Waaqni kee iddoo ati deemtu hundumatti si wajjin taʼuuf, hin sodaatin; abdiis hin kutatin."

Warra gad qabaman ol baasa;

warra gaddanis iddoo nagaatti ol kaasa.

Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mataan isaa, Waaqni Abbaan keenya inni nu jaallatee karaa ayyaana isaatiin jajjabina bara baraatii fi abdii gaarii nuu kenne sun,

Descanso e renovação

Bem-aventurados os que choram, pois serão consolados. A Bíblia nos convida a descansar nos braços do Pai e encontrar paz para a alma.

Warri gaddan eebbifamoo dha;

jajjabina ni argatuutii.

Kanaafuu akka Waaqni yeroo malutti ol isin qabuuf, harka isaa humna qabeessa sana jalatti gad of qabaa. Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hunda isa irra kaaʼadhaa.

Akka diinonni koo arganii qaanaʼaniif,

mallattoo gaarummaa keetii naa kenni;

yaa Waaqayyo, ati na gargaartee na jajjabeessiteertaatii.

Akkuma ati tajaajilaa keetiif waadaa galte sanatti,

jaalalli kee kan hin geeddaramne sun na haa jajjabeessu.

ati yoo raftu hin sodaattu;

hirribni kees yoo ati raftu sitti miʼaawa.

Wanni Hundinuu Yeroo Qaba

Wanni hundinuu yeroo qaba;

hojiin samiidhaa gaditti hojjetamu hundis waqtii qaba:

Dhalachuuf yeroo qaba; duʼuufis yeroo qaba;

dhaabuuf yeroo qaba; buqqisuufis yeroo qaba;

ajjeesuuf yeroo qaba; fayyisuufis yeroo qaba;

diiguuf yeroo qaba; ijaaruufis yeroo qaba;

booʼuuf yeroo qaba; kolfuufis yeroo qaba;

gadduuf yeroo qaba; sirbuufis yeroo qaba;

dhagaa bittinneessuuf yeroo qaba; walitti qabuufis yeroo qaba;

hammachuuf yeroo qaba; hammachuu dhiisuufis yeroo qaba;

barbaaduuf yeroo qaba; barbaaduu dhiisuufis yeroo qaba;

kaaʼuuf yeroo qaba; gatuufis yeroo qaba;

tarsaasuuf yeroo qaba; hodhuufis yeroo qaba;

calʼisuuf yeroo qaba; dubbachuufis yeroo qaba;

jaallachuun yeroo qaba; jibbuufis yeroo qaba;

loluuf yeroo qaba; nagaafis yeroo qaba.

Seja o primeiro