Pular para o conteúdo
Publicidade

O papel da mulher

Por Bíblia Online

A Bíblia honra a mulher como colaboradora essencial no plano de Deus. De Provérbios 31 às mulheres do Novo Testamento, a Escritura celebra a sabedoria, a força e a fé feminina.

A mulher virtuosa

Mulher virtuosa, quem a achará? Seu valor excede o de rubis. Ela é sábia, trabalhadora, generosa e temida pelo Senhor.

Niitii Amala Dansaa qaddu

Niitii qalbii qaddu eentu dhaggatuu dande’a?

Isiin dooqa diimaa caalti.

Dhirsi isi’ii gadhaa tokkochaan isii addata;

Inni waan tokkolle hin dhabu.

Bara jiruu isi’ii mara waan dansaa isaaf gooti malee,

waan hantuu isa irratti hin hujju.

Isiin rifeensa hoole’eetii fi quncee talba’aa barbaaddee,

harka ifiitiin woyaa dhootti.

Isiin akkuma hoboloota gugurdoo daldaltootaa,

biyya fago’oo irraa sagalee fiddi.

Isiin ganama adoo latti hin bari’in kaatee,

maatii ifiitiif sagalee kenniti;

durra tajaajiltoota ifiitiifille

hujii isaanii itti qooddi.

Isiin fichaa qorqortee bitatti;

bu’aa hujii harka ifiitiin

muka woyni’ii dhaabbatti.

Isiin hunnaan hujii ifii hujatti;

irreen isi’iille huji’iif jaddu’u.

Hujiin isi’ii bu’aa akka qaddu hin beetti;

issaan isi’iille halkan hin dhaamu.

Harka ifiitiin fuuttaa qabatti.

Quba ifiitiin liqaaqaa irbiti.

Isiin hiyyeessaaf hin kenniti;

rakkataalle hin qarqaarti.

Isiin quncee talba’aa irraa woyaa dhoottee gurgurti;

daldaltootaafille hiituu gurgurti.

Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;

bara dhufaaru itti gammaddi.

Isiin qarumma’aan dubbatti;

afaan isi’ii keessa barsiisa dansa’atti jira.

Isiin jireenna maatii ifii akka dansaa eeddi;

isiin booseyaa moti.

Dubartiin qaroon mana ifii ijaarratti;

dubartiin gowwaan ammoo

harkuma ifiitiin mana ifii diiddi.

Ilma kiyya, gorsa abbaa keetii dhage’i;

barsiisa haadha teetiille hin lakkisin

Beleza interior

A beleza verdadeira não é exterior, mas o caráter incorruptível de um espírito manso e tranquilo. Isso tem grande valor diante de Deus.

Haadhotii Manaatii Fi Abbootii Manaa

Akkasuma isin haadhotiin manaa, abbootiin manaa teessan gariin, Jecha Waaqaatitti ka hin dhugeeffanne teetulle, isin waan tokko adoo hin dubbatin amala isin mudhittanuun booji’amanee dhugeeffatan fa’a te’a, isaaniif ajajama’a. Sababille isaan qulqullumma’aa fi amala dansaa keessan yennaa dhaggane tana godhan. Shaggummaan teessan waan alaan mudhatuun mataa dhowatiisaan, worqii naqatiisaan, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisaan ifi seefatiisaan hin te’in. Ammoo shaggummaan teessan, ka ayyaanni qajeela’aa fi sirnaamessi Waaqa duratti gatiin isaa guddaa te’e keessa jiru, ka yennaa mara hin banne, seefata keessa nafa keessanii te’uu ti. Bara durii haadhotiin manaa ta woyyoonte, ta addii ifii Waaqatti godhatte, abbootii manaa ifiitiif ajajamaa ifi seefatteerti. Isaan akkuma Saaraan Abrahaamiin, «Goottaa kiyya» jedhaa ajajanteef ajajamane. Isinille amma dansaa godhaa waan tokkolle yoo sodaatuu dhaddane ijoollee isi’ii ti.

Akkasuma isin abbootiin manaa, akka haadhotiin manaa teessan isin caalaa dadhaddu’uu isi’iif beeka’aatii woliin le’aa; ulfinna isaaniif kenna’a; sababille isaan isin woliin badhaadha jiru’uu ka Waaqi kennu dhaggatan. Yoo akkas gootane wonni daadimata keessaniif gufuu te’aa hin jiraattu.

Dubartootille mataa shoobaa dhowattee, yookiin worqi’iin yookiin dooqaan seefatiisa, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisa adoo hin te’in, ifi qabattee woyaa isi’iif malte akka uffattu barbaada.

Akkasuma niitoti qarqaartotaalle ta kabajjaa qaddu, ta hin hamanne, ta hagatti leetu, ta waan maraan addatantu te’uu qaddi.

Parceria e dignidade

Deus criou homem e mulher à sua imagem. A mulher não é inferior, mas parceira e co-herdeira da graça da vida.

Maarre Waaqi akka bifa ifiititti nama dade. Dhiiraa fi dubartii godhee isaan dade. Waaqi, «Hora’a, heddadha’a, lafa guuta’a, harkatti isii galfadha’a! Qurxummii abbaaya’aa irratti, sinbirroottan irratti, dada lafa irra munyuuqanu mara irratti baallii qabaatanuu ti» jedhee isaan eebbise.

Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi, «Namichi qofii ifii te’uun dansa’aa moti; ani waa’ela qarqaartuu isaa, isaaf hin dada» jedhe.

Namittiille’een,

«Yennaa ulfoottutti gaargala sitti hin fakkansa;

ciniinsu’uun ijoollee hin deetta.

Tanuma keessa fedhii dhirsa keetii hin qabaatta;

inni si irratti bulchaa hin te’a» jedhe.

Jireenna Gootta’aan qannuun dubartiin dhiira malee hin jiraattu; dhiirtille dubartii malee hin jiraattu. Akkuma dubartiin dhiira irraa dhaggante, dhiirtille dubartii irraa dhalatte; wonni duudiin ammoo Waaqa irraa dhagganti.

Haadhotiin manaa, akkuma Goottaa Yesuusiif ajajamanu abbootii manaatiif ajajamanuu ti. Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif mataa te’e, abbaan manaa haadha manaatiif mata’a; Kiristoos nafa isaa ka teete, wolde’a kiristaanaatiifille fayyisa’a. Wolde’i kiristaanaa Kiristoosiif akkuma ajajamu haadhotiin manaa abbootii manaa isaaniitiif waan maraan ajajamanuu ti.

Akkasuma jaartiin adaba ifiitiin ta ifi qabattu teetee, waan dansaa barsiittuutii malee, ta hamattu yookiin ta daadhii yortu akka hin teene barsiisi. Isaan, akka dubartooti ka’im abbaa manaatii fi ijoollee ifii jaalattu, Jechi Waaqaalle akka hin arraffanne, ta ifi qabattuu fi qulluu, ta akka dansaa mana ifii qabattu, arja’aa fi ta dhirsaaf ajajantu akka teetu barsiisanuu ti.

Seja o primeiro