O poder da oração
A oração é o canal mais poderoso de comunicação com Deus. Através dela, milagres acontecem, montanhas são movidas e o impossível se torna possível.
Pedidos com fé
Jesus ensinou: pedi e recebereis. Tudo o que pedirmos em seu nome, crendo, Ele fará. A fé transforma a oração em poder.
"Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa.
Isin yoo amantii qabaattan waan duʼaadhaan gaafattan hunda ni argattu."
Kanaafuu ani isinittin hima; waan duʼaadhaan gaafattan hunda akka argattan amanaa; innis isiniif ni taʼa.
Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha. Yoo isin maqaa kootiin waan kam iyyuu na kadhattan ani nan raawwadha.
Oração e milagres
A oração dos justos tem grande poder. Pedro orou e Dorcas ressuscitou. Jesus disse que certos demônios só se expulsam com jejum e oração.
Phexrosis hunda isaanii gad baasee jilbeenfatee Allaah duratti duʼaa goote; reeffa sanattis garagalee, "Xaabiitaa kaʼi!" jedhe. Isheenis ija ishee banattee Phexrosin argite; kaatees ni teesse.
Innis deebisee, "Inni akkanaa kun duʼaa fi sooma qofaan baʼa malee waan biraatiin hin baʼu" jedheen.
Isin keessaa namni dhukkubsatu jiraa? Inni jaarsolii waldaa kiristaanaa haa waamsifatu; isaanis maqaa Gooftaatiin zayitii isa dibanii haa duʼaa godhaniif. Duʼaan amantiin godhamu nama dhukkubsatu ni fayyisa; Gooftaanis isa ni kaasa. Yoo inni cubbuu hojjetee jiraates ni dhiifamaaf. Kanaafuu akka fayyitaniif cubbuu keessan walitti himadhaatii duʼaa walii godhaa. Duʼaan nama qajeelaa humna qaba; waan guddaas ni hojjeta.
Isaan rakkina isaanii keessatti Rabbii Allaahatti iyyatan;
innis dhiphina isaanii keessaa isaan baase.
Inni akka dambaliin sun qabbanaaʼuuf
dhaʼaa galaanaa calʼisiise.
Isaan waan dambalii fi dhaʼaan galaanaa sun calʼisaniif ni gammadan;
haala kanaanis gara qubata doonii barbaadaniitti isaan geesse.
Orar em todo tempo
A Bíblia nos exorta a orar sem cessar, com ações de graças e súplicas, revestidos da armadura espiritual. A oração traz paz sobrenatural.
Waan hundumaa keessatti Allaah duratti duʼaa gochuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Allaahatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. Nagaan Allaah kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Al-Masiihi Iisaatiin qalbii fi yaada keessan ni eega.
Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa.