Pular para o conteúdo
Publicidade
Voltar para início

Bíblia Hoje

5 Ago

Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; "Garuu yaa gooftaa, utuu Rabbii Allaahan nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, ‘Rabbii Allaahan biyya Gibxiitii nu baaseera’ jedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Rabbii Allaahan nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera."

Juízes 6:13

Isinis yoo amma yeroo gabaabaaf qorumsa gosa garaa garaa keessa darbuu qabaattan iyyuu waan kanaan akka malee gammaddan. Wanni kunis akka amantiin keessan kan warqee yoo ibiddaan qulqulleeffame iyyuu badu sana caalu sun dhugaa taʼuun isaa mirkaneeffamee, yeroo itti Iisaa Al-Masiihiin mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja fiduuf taʼe.

1 Pedro 1:6,7

Provérbios 5 adverte sobre os perigos da imoralidade, encorajando a fidelidade no casamento e a prudência nas ações.

Provérbios 5

O Salmo 67 é uma oração pedindo a bênção de Deus sobre as nações, para que todos O conheçam e louvem.

Salmos 67
Publicidade

Em Destaque

Ver tudo

Últimos Artigos

Ver tudo

Deus quer falar com você!

Receba a Palavra do Senhor no seu WhatsApp.