Pular para o conteúdo
Publicidade

Poder de Deus

Por Bíblia Online

O poder de Deus é incomparável e infinito. Ele criou o universo pela palavra, sustenta todas as coisas e manifesta sua onipotência em cada geração.

A onipotência do Criador

Deus fez os céus e a terra pelo seu grande poder. Nada é impossível para Ele, e sua força está além de toda compreensão humana.

Faaruu Waaqa Leellisiisaa

Waaqi hunna ifiitiin lafa dade;

qarummaa ifiitille’een biyya lafaa hundeesse;

hubantii ifiitille’een ol-gubbaa diriirse.

Yesuus ammoo gara isaanii ilaalee, «Wonni kun namaaf hin dande’antu, Waaqaaf ammoo wonni marti hin dande’anti» jedhe.

Kun duudiin waan Waaqi huju keessaa diqqo’o;

nuuti hasaassaa isaa qofa dhageenna;

mandiisuu hunna isaa eentu hubatuu dande’a ree?» jedhe.

Waaqi qaro’o; hunnaamessalle’e;

ka isa moromee,

hin injifatamin eennuu?

Poder sobre tudo

O Senhor reina sobre as nações, sustenta os oprimidos e manifesta seu poder tanto no julgamento quanto na redenção.

Inni hunna ifiitiin haga bara baraa hin bulcha;

ilti isaa gosa biyya adda addaa hin eeddi.

Worri isa finqilu isa irratti hin ka’in.

Aadiis worra hidhamee si bira gewuu ti;

hunna teeti guddo’oon

worra duuti itti murante hamburi.

Waaqi takkaa dubbateera;

ani waan lama dhage’eera.

Sunille, «Hunni ta Waaqaa ti;

Ka hunna ifii guddo’oo fi

jabeenna ifiitiin tana godhe,

jaalalli isaa ka bara baraa ti.

Poder para o seu povo

Deus fortalece os fracos e ressuscita os mortos. Seu poder opera em nós para que experimentemos vitória e transformação.

Waaqi Goottaa du’aa kaaseera; innille hunna ifiitiin du’aa nu hin kaasa.

Inni fannoo gubba’atti fannifamee ka du’e dadhabbi’iin te’ulle, amma hunna Waaqaatiin jiru’uun le’a; nuutille isa woliin dadhaboolee teeneerra; tokkummaa isin woliin qannuun ammoo, isa woliin hunna Waaqaatiin leena.

jecha dhuga’aatii fi hunna Waaqaatiin. Hubiisaa fi ifi irraa dhooggatiisaafille, mey keenna ka woraanaa balchumma’a.

Meya Woraanaa Ka Waaqaa

Yoona, Gootta’aa fi hunna isaa jaddu’uun jabaadha’a.

Inni rassaa bara baraa waan te’eef,

haga bara baraa

Mootii Waan Maraatitti addadha’a.

Ani ifaa fi dukkana dade;

ani nageya hin buusa;

balaalle hin buusa;

ani Mootiin Waan Maraa tana mara godha.

Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si woliin jira;

hunni isaa injifannoo sii kenniti;

inni guddoo sitti hin gammada;

jaalala ifiitiin jiruu teeti hin haaressa;

inni faaru’uun si’itti hin gammada» hin jedhan.

Yoo ani hunna Waaqaatiin durriisota ka baasu te’ee, akka mootummaan Waaqaa gara keessan dhutteertu beeka’a.

Seja o primeiro