Pular para o conteúdo
Publicidade

Preservação das escrituras

Por Bíblia Online

A Palavra de Deus permanece para sempre. As Escrituras foram preservadas por Deus ao longo dos milênios para instrução, consolação e guia de todas as gerações.

A Palavra eterna

Céus e terra passarão, mas as palavras de Deus jamais passarão. Sua Palavra é eterna, infalível e imutável — a verdade que sustenta tudo.

Lafaa fi ol-gubbaan hin dabaran, jechi kiyya ammoo hin dabaru» jedhe.

Ani dhugumaan isinitti hima, haga ol-gubbaaa fi latti dabartutti Seera keessaa qubeen takkaan, bixxilleen adoo hin muummowin hin baddu.

Marri hin qoora;

daraaraalle hin harca’a;

jechi Waaqa keennaa ammoo,

haga bara baraa jabaatee le’a» jette.

Sababille Barreeffam Woyyichi

«Nami foon uffate duudiin akka marraa ti;

ulfinni isaalle akka daraaraa badda’aa ti;

marri hin qoora; daraaraalle hin harca’a.

Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le’a.

Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana» hin jedha.

Isin karaa jecha Waaqaa jiraata’aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te’in sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan. Sababille Barreeffam Woyyichi

«Nami foon uffate duudiin akka marraa ti;

ulfinni isaalle akka daraaraa badda’aa ti;

marri hin qoora; daraaraalle hin harca’a.

Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le’a.

Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana» hin jedha.

A inspiração divina

Toda Escritura é inspirada por Deus. Homens santos falaram da parte do Senhor, e a Palavra escrita é a expressão fiel da vontade divina.

Waan duudi’iin dura, dubbii raagaa ta Barreeffama Woyyicha keessa jirtu, eennulle yaada ifiitiin hiikiisaaf akka hin dandeenne hubatuu qaddan. Sababille dubbiin raagaa worra Ayyaana Woyyichaan sooreffameen Waaqa irraa dhutte malee, ijjumaa fedha namaatiin hin dhunne.

Waaqi Karaa Ilma Ifiitiin Dubbate

Bara durii Waaqi karaa adda addaatiin, yennaa hedduu karaa raagotaatiin abbootii teennatti dubbateera. Ammaa ammoo bara duubaa kanatti karaa Ilma ifii ka waan mara akka dhaalu godheetiin nutti dubbate; biyya lafaa duudiille isumaan dade. Inni calalaqa ulfinna Waaqaa ti; akki isaa guutumatti Waaqaan wol qixxe’e. Jecha ifii hunna qabeessaan waan dadame duudii utubeera. Kolbaalle cubbuu irraa qulqulleesseen duuba, ol gubba’atti midda Waaqa hunnaamessaa tee’eera.

Jechi nama te’ee, badhaadhaa fi dhuga’aan guutamee, odduu teenna le’e. Nuuti ulfinna inni akka Ilma Abba’aaf tokkochaatitti fudhate dhaggine.

Wonni Waaqi huje martinuu haga bara baraa akka jiraattu ani hin beeka; wonni itti ede’amuu fi irraa fuudhamu tokkolle hin jiru. Nami martinuu akka isa sodaatuuf, Waaqi waan kana godhe.

A Palavra como guia e tesouro

A Palavra de Deus é lâmpada para os pés, espada do Espírito e tesouro para o coração. Guardá-la e meditá-la nos protege do pecado.

Akka si hin yakkineef,

jecha keeti gadhaa kiyya keessatti dhoffadheera.

Dadi Ulfinna Waaqaa Mudhitti

Faaruu Daawitii, sooressa faarfattootaatiif.

Ol-gubbaan ulfinnaa Waaqaa hinti;

gubbaan hujii harka isaa lalladdi.

Guyyaan guyyaa itti aanutti kanuma dabarsa;

halkanille halkan itti aanutti woma kana hima.

Dubbiin yookiin jechi hin jiru;

qoonqoon isaanii hin dhage’antu;

Te’uu malee ergaan isaanii

biyya lafaa duudi’itti baatee,

haga qaccee biyya lafaa geetti.

Inni adu’uuf gubbaa irratti dunkaanii dhaabe.

Aduun akka waajiba diinqa ifiitii gad bayuu baati;

akkuma nami rukkee wol doggommi’ii rukkisu

gammadaan rukkisu,

aduun rukkee wol doggommi’ii rukkisiisaaf gammaddi.

Aduun dhuma qaccee gubba’aa taan irraa ol baatee,

gara qaccee taanii qaxxaamurti;

wonni o’a isi’ii duraa dhokatu hin jiru.

Seera Mootii Waan Maraa

Seerri Mootii Waan Maraa dhidhuu hin qabu;

lubbuu haaressa.

Ajaji Mootii Waan Maraa addatama’a;

nama gowwaa qaroo godha.

Seerri Mootii Waan Maraa sirri’i;

gadhaa nama gammachiisa.

Ajaji isaa ifa;

Ila namaa bana.

Dubbiin Mootii Waan Maraa qullu’u;

akka meetii barbada ibiddaatitti baxxee

yennaa torba qulloottee ti.

Ee Mootii Waan Maraa, ati isaan hin gollita;

dhaloota hamaa irraa haga bara baraa nu hin eedda.

Ammoo maan jetti ree?

«Jechi Waaqaa si bira,

hidhii teeti irraa fi gadhaa keeti keessa jira» jetti.

Sunille, jecha dhugeeffanna’aa ka nuuti lallannu.

Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

Ani ammoo, isaan dhugumaan hin dhageennee? Jedhee gaafadha. Dhugumaan isaan dhage’aneeran; sababille Barreeffam Woyyichi,

«Qoonqoon isaanii lafa maratti dhage’ante;

dubbiin isaaniille haga qaccee biyya lafaa dhaqqadde» jedha.

Ossaa fi jajjabeenna Barreeffam Woyyichi nuuf kennuun addii akka qabaannu, wonni Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffamane marti nu barsiisu’uuf barreeffante.

Ajajoota ani adha si ajaju kana ijjumaa hin dedhin. Ajajoota kana irra deddeebi’iitii ijoollee teeti barsiisi. Yennaa mana teettu, yennaa karaa ideentu, yennaa irkattu fi yennaa kaatu marroo ajajoota kanaa dubbadhu. Beessisa akka sii te’uuf harka keeti irratti hidhadhu; adda keeti irralle’etti hidhadhu. Mikikkila balbala mana keetiitii fi seensuma karra teetii irratti barreessi.

akkasuma jaalala Kiristoosii ka beekkumsa bira dabare te’e san beettanee, guutummaa Waaqaa maraan akka guutantanu daadimadha.

Daadimati akkasii Waaqa fayyisaa keenna duratti dansa’aa fi ka fudhatama qabu. Inni nami duudiin akka fayyuu fi dhugaa akka beeku barbaada.

Seja o primeiro