Publicidade

Salvador

Por Bíblia Online

Jesus é o Salvador do mundo. Desde a manjedoura até a cruz e a ressurreição, toda a Escritura aponta para Aquele que veio buscar e salvar o que se havia perdido.

O Salvador nasceu

Na plenitude dos tempos, Deus enviou seu Filho ao mundo. O anjo declarou: 'Hoje vos nasceu um Salvador, que é Cristo, o Senhor.'

Adha qachaa Daawitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos.

Inni yennaa maraa adaba waaqumma’aa adoo qabuu,

ulfinna waaqumma’aa, ka Waaqa woliin isa qixxeessu

lakkisiis akka hin malleetitti hin laakkonne.

Ammoo ulfinna ifii lakkisee

akka garbaa te’ee mudhate;

akka namaa te’ee dhalate;

nama fakkaatee mudhate.

Ifi gad qabee,

haga du’aatitti,

haga fannifamee du’ulleetti, ka ajajamu te’e.

Mootiin Waan Maraa, «Ani ammoo Mootii Waan Maraa Waaqa keessan ka biyya Gibxi’ii keessaa isin baase; isin ana malee Waaqa dhibii hin beettanu; ana malee fayyisaan hin jiru.

O sacrifício redentor

Jesus deu a própria vida por nós. Ele é a propiciação pelos nossos pecados e o autor da salvação eterna para todos os que lhe obedecem.

Inni woreega gumaa cubbuu teennaa ti; cubbuu biyya lafaa duudi’iif malee, cubbuu teenna calla’aaf moti.

Jaalala jechuun kana: nuuti Waaqa hin jaalanne, inni ammoo nu jaalatee, Ilma ifii cubbuu teennaaf woreega guma’aa akka te’uuf erge.

Nuuti diinota Waaqaa ti; inni ammoo karaa du’a Ilma ifiitiin jaalota ifii nu godhe. Amma eega jaalota Waaqaa teene, karaa jiruu Kiristoosiitiin irra caalaa hin fayyina.

Jireenna abbootii teessan irraa isinitti tare, ka woy hin baane, waan badu ka akka meeti’iin yookiin worqi’iitiin akka hin wodamin, isinuu hin beettan. Isin dhiiga Kiristoosii, ka gatii guddo’oo, ka akka dhiiga korbeessa komi’ii fi dhidhuu hin qanneetiin wodantaneertan.

Akkuma durummaa badhaadha Waaqaatitti, dhiiga Kiristoosiitiin wodannee, araara cubbuu teennaa dhaggane.

Maarre haganaa achi Kiristoos ana keessa le’a malee, ani ifiif hin le’u. Le’ii amma fooniin le’ulle, Ilma Waaqaa ka ana jaalatee, ifi dabarsee naaf kennetti dhugeeffatiisaan le’a.

O caminho da salvação

Jesus é o mediador da nova aliança. Ele vive para interceder por nós e pode salvar perfeitamente todos os que se achegam a Deus por meio dele.

Guutuu te’een duuba worra isaaf ajajamu maraaf madda fayyinna bara baraa te’e.

Tanaaf inni isaaniif gaafatiisaaf yennaa duudii waan jiraatuuf, worra karaa isaatiin gara Waaqaa dhiyaatu ijjumaa fayyisiisaaf hin dande’a.

Worri waamamane dhaala bara baraa ka waadaan galameef akka fudhatanu, Kiristoos Gondooroo Haareyaaf wodhakkicha. Yennaa Gondooroo duraa jala jiranu san cubbuu hujane irraa bilisa baasiisaaf wodoo te’ee du’e.

Nuuti jalqaba’aa fi muummessaa dhugeeffannaa teennaa ka te’e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du’iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du’a fanno’oo ossatee midda barcumaa mootumma’aa ka Waaqaatitti tee’e.

Nami martinuu cubbuu hujeera; ulfinni Waaqaalle irraa dhidhateera. Ammoo karaa wodoo te’iisa Yesuus Kiristoosiitiin toluma badhaadha Waaqaatiin balchoomeera.

Haga guyyaa adhaatitti Waaqi na qarqaaree, anille as dhaabbadhee, diqqa’aa fi guddaa duudi’iif dhugaa bayiisatti jira. Ani waanuma raagotii fi Muuseen hin te’a jedhane malee, waan tokkolle hin dubbanne. Isaan, Masiihiin rakkatuu qaba; du’aa ka’iisaan ka jalqabaa te’ee, ifa fayyinnaa kolbaa Israa’eliitii fi worra Yihudoota hin te’iniif hin mudhisajedhane, jedhee dhugaa isaaniif baye» jedhe.

Ergamaan Gootta’aa ammoo dubartootaan, «Hin sodaatina’a; isin ka fannifame Yesuus akka barbaaddanu ani hin beeka. Inni as hin jiru; akkuma duraan dubbate du’aa ka’eera. Addee reeffi isaa keyame kowa’aa ilaala’a.

Ka na wodu jiraataa akka te’e,

muummee irralle’etti,

dhugaa bayiisaaf lafa irra akka dhaabbatu hin beeka.

Seja o primeiro
Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-