Publicidade

Vida eterna

Por Bíblia Online

A vida eterna é a promessa central do evangelho. Não se trata apenas de duração infinita, mas de qualidade de vida em comunhão com Deus, começando aqui e se estendendo pela eternidade.

O dom gratuito da vida eterna

A vida eterna é um presente de Deus, não resultado de obras humanas. É dada gratuitamente a quem crê em Jesus Cristo.

Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.

Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.

Gatiin cubbu’uu du’a; kennansi Waaqaa ammoo karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin jiruu bara baraa ti.

Gatiin cubbu’uu du’a; kennansi Waaqaa ammoo karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin jiruu bara baraa ti.

Gatiin cubbu’uu du’a; kennansi Waaqaa ammoo karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin jiruu bara baraa ti.

Jiruu bara baraa jechuun si Waaqa tokkocha dhugaamessaa fi Yesuus Kiristoosii ati ergite beekiisa.

Jiruu bara baraa jechuun si Waaqa tokkocha dhugaamessaa fi Yesuus Kiristoosii ati ergite beekiisa.

Dhugaan inni baye tana: Waaqi jiruu bara baraa nu’uuf kenneera, jiruun tun Ilma isaa keessa jirti.

Addiin inni nu’uuf kenne tun jiruu bara baraa ti.

Teetu malee, Yesuus Kiristoos worra cubbaaleyyii keessaa, na cubbaalessa sara tareef ossa ifii ka haga hin qanne mudhisiisaaf, worra isatti dhugeeffatu’uu jiruu fi worra jiruu bara baraa dhaggatu’uu jiruuf, fakkeenna akka te’uuf marartii isaa dhaggadheera.

A certeza para quem crê

Quem está em Cristo tem a certeza de que passou da morte para a vida. Nada pode arrebatar o crente da mão de Deus.

«Ani dhugaa isinitti hima; nami jecha kiyya dhage’u ka na ergelle’etti ka dhugeeffatu jiruu bara baraa qaba; inni du’a irraa gara jiru’uu tareera; isatti hin murantu. Ani dhugaa isinitti hima, yennaan worri du’ane qoonqoo Ilma Waaqaa dhage’anu dhufaarti; ammumaayyuu dhutteerti; worri isii dhage’u jiru’uun le’a.

Ka Ilmatti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa qaba; ka Ilma Waaqaatiif hin ajajanne ammoo mufii Waaqaa jala jiraata malee, jiruu hin qabaatu» jedhe.

Ka Ilmatti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa qaba; ka Ilma Waaqaatiif hin ajajanne ammoo mufii Waaqaa jala jiraata malee, jiruu hin qabaatu» jedhe.

Fedhiin ka na ergee, worri inni naaf kenne mara guyyaa muumme’ee akka jiru’uuf isaan kaasu malee, isaan keessaa tokkolle akka ani balleessuufii moti. Fedhiin Abbaa kiyyaa, nami Ilma isaa dhaggee itti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa akka qabaatu. Anille guyyaa muumme’ee jiru’uuf isa kaasa» jedhe.

Ani dhugaa isinitti hima; nami dhugeeffatu jiruu bara baraa qaba.

Hooloti tiyya qoonqoo tiyya dhageetti; ani isaan beeka, isaanille na hordofan. Ani jiruu bara baraa isaaniif kenna, isaanille ijjumaa hin badanu, eennuulle harka kiyya keessaa isaan butuu hin dande’u.

Ani jiruu bara baraa isaaniif kenna, isaanille ijjumaa hin badanu, eennuulle harka kiyya keessaa isaan butuu hin dande’u. Abbaan kiyya, ka isaan naaf kenne waan mara caala, eennulle dande’ee harka Abba’aatii isaan hin butu. Abba’aa fi Ani tokko» isaaniin jedhe.

Dhugaan inni baye tana: Waaqi jiruu bara baraa nu’uuf kenneera, jiruun tun Ilma isaa keessa jirti. Nami Ilma Waaqaa qabu jiruu qaba; nami Ilma Waaqaa hin qanne jiruu hin qabu.

Jiruu Bara Baraa

Isin worri maqaa Ilma Waaqaatitti dhugeeffattanu, jiruu bara baraa akka qaddanu akka beettanuuf, ani tana mara isiniif barreessa.

Jiruu Bara Baraa

Isin worri maqaa Ilma Waaqaatitti dhugeeffattanu, jiruu bara baraa akka qaddanu akka beettanuuf, ani tana mara isiniif barreessa.

O caminho para a eternidade

Jesus é o caminho para a vida eterna. Crer nele, segui-lo e perseverar na fé são os passos que nos conduzem à eternidade com Deus.

bisaan ani isaaf kennu ka unu ammoo ijjumaa deebi’ee hin dheebotu. Bisaan ani isaaf kennu sun isa keessatti madda jiruu bara baraa burqu te’a» jedhe.

Sagalee badduuf hin hujina’a; sagalee jiruu bara baraatiif jiraattuuf ammoo huja’a. Waaqi Abbaan, chaappaa ifii ka ittiin mirkaneessu waan isa irratti godheeruuf, Ilmi Namaa sagalee san isiniif hin kenna» jedhe.

Maarre isaan, «Hujii Waaqi akka hunyuuf barbaadu hujiisaaf maan goona?» jedhaneen.

Yesuus deebisee, «Wonni akka isin gootanu Waaqi barbaadu, ka inni ergetti dhugeeffatiisa» jedhe.

Simoon Pheexroos, «Gootta’a, gara eennuu deenna? Ati Jecha jiruu bara baraa kennu qadda.

Karra Dhiphoo

«Karra dhipho’oon seena’a! Karaan gara badi’ii geessu badha’a; karrille badhoo waan teeteef, worri karra san seenu heddu’u. Karaan gara jiru’uu geessu ammoo qadha’aa; karrille dhiphoo waan teeteef, worri karaa jiru’uu san dhaggatu diqqa’a» jedhe.

Karra Dhiphoo

«Karra dhipho’oon seena’a! Karaan gara badi’ii geessu badha’a; karrille badhoo waan teeteef, worri karra san seenu heddu’u. Karaan gara jiru’uu geessu ammoo qadha’aa; karrille dhiphoo waan teeteef, worri karaa jiru’uu san dhaggatu diqqa’a» jedhe.

Nami jiruu ifii fayyifatuu barbaadu hin dhaba, nami naaf jedhee jiruu ifii dhabu hin fayyifata.

Worri kun gara muraa bara baraa, worri balchooleen ammoo gara jiruu bara baraa hin deeman» jedhe.

Yesuus deebisee, «Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise, lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle’ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle’etti jiruu bara baraa hin qabaata.

Mammaassa Namicha Samaariya’aa

Beekaan seera Muuse’ee tokko Yesuus waan jedhu ilaaliisaaf ol ka’ee, «Barsiisa’a, jiruu bara baraa dhaggatiisaaf maan godhuu na barbaachisa?» jedhe. Yesuus deebisee, «Seera Muuse’ee keessatti maanti barreeffameera? Attamitti dubbittee hiitta?» jedhe. Namichille, «Goottaa Waaqa keeti gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, hunna teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu; akkuma ifi jaalattu ollaa keetille jaaladhu» jedhe.

Yesuus, «Sirri’itti deebiteerta; yoo tana goote jiruu bara baraa hin dhaggatta» jedhe.

Lola dansaa dhugeeffanna’aa loli. Jiruu bara baraa ta yennaa gara isaa waammante dhugaa baatota hedduu duratti dhugaa baate qabadhu.

Lola dansaa dhugeeffanna’aa loli. Jiruu bara baraa ta yennaa gara isaa waammante dhugaa baatota hedduu duratti dhugaa baate qabadhu.

Perseverança e glória futura

A vida eterna exige perseverança. Os sofrimentos presentes não se comparam com a glória que será revelada. Deus nos guardará até o fim.

Inni worra ossee waan dansaa hujaa ulfinna, guddinnaa fi jiruu hin banne Waaqa biraa dhaggatiisaaf barbaaduuf, jiruu bara baraa hin kenna.

Maarre, akkuma cubbuun karaa du’aatiin moote, badhaadhi Waaqaalle karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, gara jiruu bara baraa nu geessiisaan balchumma’aan mowa.

Ulfinna Dhufu

Rakkinni ammaa kun ulfinna gara duraa nu’uuf mudhatu woliin wol bira qabamee ilaalamuu akka hin dande’annetti ani laakkowa.

Rakkoon teenna diqqo’oo fi ta haga yenna’aa tun, ulfinna guddaa bara baraa ka haga hin qanne akka dhaggannu nu gooti.

Nuuti ka eegannu waan hin mudhanne malee, waan mudhatuu moti. Wonni mudhatu ka haguma yenna’aa ti; wonni hin mudhanne ammoo ka haga bara baraa ti.

Ifi hin sobina’a! Waaqatti funnaan hin dhaabanu. Nami waanuma facaase haammata. Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du’a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.

Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du’a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.

Tanaaf inni isaaniif gaafatiisaaf yennaa duudii waan jiraatuuf, worra karaa isaatiin gara Waaqaa dhiyaatu ijjumaa fayyisiisaaf hin dande’a.

Yennaa diqqoo rakkattaneen duuba ammoo, Waaqi abbaan badhaadha duudi’ii, ka karaa Kiristoosiitiin ulfinna isaa ka bara baraa akka qoodantanuuf isin waame, inninuu akka duriititti isin deebisee, isin utubee, isin jabeessee hin hundeessa.

Jaalota tiyya, isin ammoo dhugeeffannaa teessan ta waan duudi’iin irra woyyittii teete irratti dhaabbadha’aatii jabaadha’a! Hunna Ayyaana Woyyichaatiin daadimadha’a! Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!

A eternidade com Deus

A Bíblia descreve a plenitude da vida eterna: sem dor, sem lágrimas, em perfeita comunhão com Deus para sempre.

Ani qoonqoo guddoo takkalle dhage’e; isiin barcumaa mootumma’aa san biraa, «Kunoo, bultumi Waaqaa ulfaataan odduu kolba’aa jira; kolbaa wolille’een hin jiraata; isaanille kolbaa isaa hin te’an. Waaqinuu isaan woliin le’a; Waaqa isaaniille te’a. Imimmaan duudii ila isaanii irraa haqa; wonni durii waan dabarteertuuf, haganaa achi duuti, yookiin gaddi, yookiin bootti, yookiin farri hin jiraattu» jedhe.

Waaqi Goottaan amma jiru, ka durille jiru, ka dhufu, ka waan duudii dande’u, «Alfa’aa fi Omeegaan Ana» jedha; [akkasi jechuun ani ka duraatii fi duubaati jechu’u].

Worri hedduun du’ee awwaalameeru, gariin jiruu bara baraatiif, gariin salphinna bara baraatiif hin ka’an. Worri qarooleen akka ifa gubba’aa hin ifan; worri worra hedduu gara balchumma’aa deebise haga bara baraa akka urji’ii hin ifan.

Mootiin Waan Maraa

muraa dhuga’aa waan jaalatuuf,

inni worra isaaf addatamu hin lakkisu.

Inni haga bara baraa nageyaan isaan eega;

sanyiin worra hamaaleyyi’ii ammoo hin baddi.

Ee Waaqa, qorqoriitii gadhaa kiyya beeki;

haga na ilaaliitii yaaddoo tiyya beeki.

Hammeenni yoo na keessa jiraate ilaali!

Karaa bara baraa irra na sooressi.

Nami na dhaggatu jiruu dhaggata;

Mootii Waan Maraa biralle’etti

fudhatama qabaata.

Biyyi lafaatii fi halchaan isi’ii marti hin tarti; nami fedhii Waaqaa muummessu ammoo haga bara baraa le’a.

Seja o primeiro
Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-