Vizinho
Amar o próximo é um dos mandamentos centrais do evangelho. A Bíblia nos ensina que nossos vizinhos são aqueles a quem devemos servir, apoiar e encorajar com amor genuíno.
O mandamento do amor ao próximo
Jesus resume a Lei no amor a Deus e ao próximo. Amar o vizinho como a si mesmo é cumprir toda a Lei.
Ajaji guddichi lammeesso’oo, ‹Nama mara akka mataa keetii jaaladhu› ka jedhu kana. Ajaji guddichi isaan lamaan kana caalu ka dhibiin hin jiru» jedhe.
Seerri duudiin Jecha, «Akkuma ifi jaalattu nama jaaladhu!» jedhuun wolitti qabama.
Ajajooti, «Hin gaarayyeeffatin; hin ijjeesin; hin hatin; hin kajeelin» jedhanuu fi ka dhibiin martinuu, ajaja, «Akka ifi jaalattu nama jaaladhu» jedhuun wolitti qabameera.
Nami nama jaalatu, waan hantuu isa irratti ijjumaa hin godhu; tanaaf, nama jaalachuun Seera guutu’u.
«Waan namooti akka isiniif godhanuuf barbaaddanu isinille akkasuma isaaniif godha’a: Seerri Muuse’eetii fi raagoti kanuma barsiisan.
Amor em ação
O amor verdadeiro se mostra em ações concretas: hospitalidade, generosidade e cuidado com os necessitados ao nosso redor.
Tajaajila Waaqa Gammachiisu
Yennaa mara akka obboleeyyanii wol jaaladha’a! Keessummaa fudhattanee keessummeessiisa hin dedhina’a; sababille akkas godhiisaan namooti gariin adoo hin beekin ergantoota Waaqaa fudhatanee keessummeessaneeran.
Waaqa Abbaa duratti dhugeeffannaan qullitti’ii fi xurii hin qanne tana: rakkinna ijoollee abba’aa fi haadha hin qannee, dubartoota abbaan manaa irraa du’eelle gargaaraa, xurii biyya lafaa irralle’ee ifi eeggachu’u.
Jaalalli cubbuu hedduu waan golluuf, waan duudii caalaa gadhaa tokkoon wol jaaladha’a.
Maarre yennaa daguu dhagganne maratti, nama maraaf, keessattuu worra dhugeeffannaa keessa jiruuf, waan dansaa goonuu ti.
Wol Jaaladha’a
Ergaan isin jalqabaa jalqaddanee dhageettane, «Wol jaalatuu qanna» ta jettu tana.
Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha’a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha’a.
Edificação e encorajamento mútuo
Somos chamados a encorajar uns aos outros, carregar os fardos alheios e buscar o bem do próximo acima do próprio interesse.
Maarre akkuma amma godhiisatti jirtanu, wol jajjabeessaa wol ijaara’a.
Ba’aa wolii ba’adha’a! Akkasiin Seera Kiristoosii muummessitan.
Tokko tokkoon keenna akka nami dhibiin dhugeeffannaa ifiitiin jabaatu, dansaa isaatiif isa gammachiisuu qanna.
Nami tokko tokkonuu bu’aa mataa ifii callaa barbaaduu adoo hin te’in, bu’aa worra dhibi’iitille’eef yaaduu ti.
Akka obboleeyyanii o’isa’aatii wol jaaladha’a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma’a.
Akkuma nuuti isin akka malee jaalannu, jaalaltiin isin wolii fi worra dhibii maraaf qaddanu ittuma dabalantee akka fakkantu Goottaan godhu.
Humildade, perdão e convivência
O relacionamento com o próximo exige humildade, paciência e disposição para perdoar. Não devemos julgar, mas acolher com compaixão.
Ifi gad qabiisaan worra dhibii ifi caalchisa’aatii ilaala’a malee, halchaa ifi jaalatiisaatiin, yookiin ifi saadiisaatiin waan tokkolle hin godhina’a!
Wol dande’a; nami namatti quuqameeru yoo jiraate, woliif araarama’a; akkuma Kiristoos isiniif araarame, isinille woliif araarama’a.
Worra Dhibii Hin Gufachiisin
Maarre wol wolitti muriisa lakkinnuu ti. Addee san waan worra dhibii gufachiisu yookiin cubbu’utti jissu tokkolle ijjumaa akka hin hunye murteeffadha’a.
Muraa Waaqaa
Ati, nama dhibi’itti ka murtu, waan itti aalattu hin qaddu. Ati ka nama dhibi’itti murtu, waanuma inni huje san waan hujjuuf, ifumatti murta.
Dansaa Hujiisaan Rakkoo Fudhatuu
Muummee irratti, isin duudiin yaada tokkoon wolii gala’a; woliif dhiiga’a; akka obboleeyyanii wol jaaladha’a; arjoole’ee fi worra ifi gad qabu te’a’a.
Nami tokko guyyaan tokko guyyoota kaan caala jedhee yaada; kuun guyyooti martinuu wol qixxe’e jedhee yaada. Waan akkasii irratti namuu waan qalbiin isaa fudhatte godhuu ti.
«Nami jaala ifii ka rakkatteef marartii dhabu,
Waaqa waan mara dande’u sodaatiisa lakkiseera.