23 Nuuti ammoo Kiristoosii fannifame lallanna. Kun Yihudootaaf gufu’uu, worra Yihudoota hin te’iniifille gowwumma’a. 24 Ammoo worra Waaqi waame, worra Yihudootaatii fi worra Giriikootaatiif Kiristoos hunna Waaqaatii fi qarummaa Waaqaa ti. 25 Wonni gowwummaa Waaqaa fakkaattu qarummaa namaa hin caalti; wonni dadhabbii Waaqaa fakkaattulle hunna nama hin caalti.
Publicidade
1 Worra Qorontoosii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.