26 Obboleeyyan tiyya, yennaa Waaqi isin waame nama attamii akka teetane qaabadha’a. Akka yaada namaatitti isin keessaa worri hedduun qaroolee, yookiin jajjaba, yookiin worra gugurda’aa moti. 27 Waaqi ammoo qaroolee qaanessu’uuf, worra biyya lafaatitti akka gowwoole’ee laakkowamanu fowate; worra jajjaba qaanessu’uuf worra biyya lafaatitti akka dadhaboole’ee laakkowamanu fowate.
Publicidade
1 Worra Qorontoosii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.