28 Waaqi, waan worra biyya lafaa biratti barbaachisa’a jedhamee ilaallamu akka hin jirre godhiisaaf, waan biyya lafaatitti gadi qabamee fi tuffatamee, woyittuu hin laakkowanne fowate. 29 Eennulle fuula Waaqaa duratti akka ifi hin jajneef inni tana godhe.
Publicidade
1 Worra Qorontoosii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.