Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 10

16 Muduunuu yennaa Irbaata Gootta’aa fudhannu itti fayyadannu, ta Waaqalle galateeffannuuf keessaa yennaa unnu eebba dhiiga Kiristoosii fudhatiisatti jirraa motii? Daabboo caccaffannulle yennaa nyaannu eebba foon Kiristoosii fudhatiisatti jirraa motii?10:16Hiikkaan gariin: «Dhiiga Kiristoosii woliin tokkummaa ta qadduu motii ree? Daabboon nuuti irraa caffannee nyaannu foon Kiristoosii woliin tokkummaa ta qadduu motii ree?» jedha.10:16 Mat. 26:26-28; Mar. 14:22-24; Luq. 22:19-20 17 Daabboon takkaan waan jirtuuf, nuuti hedduu teenulle, duudiin keenna daabboo takkaa irraa waan qoodannuuf nuuti nafa tokkocha.

Veja também