Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 2

10 Waaqi ammoo karaa ayyaana ifiitiin dhossaa ifii nutti mudhiseera. Ayyaanni Waaqaa waan duudii, dhossaa Waaqaa ta gadi fago’ootuu hin qorqora.

Veja também