Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 2

Qarummaa Waaqaa

6 Teetuu malee worra ayyaanaan bilchaateef jecha qarumma’aatiin barsiinna. Qarummaan tun ammoo ta biyya lafaa yookiin muummee irratti ta badu qarummaa bulchitoota lafa tanaatii moti. 7 Nuuti ammoo biyyi lafaa adoo hin dadamin duratti ulfinna keennaaf qarummaa Waaqi qopheessee fi dhossaa isi’ii ta dhokattee turte dubbanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também