Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 5

Sagaagalummaa Wolde’a Kiristaanaa Keessatti Te’e

1 Amma, sagaagalummaan worra Waaqa malee le’u oddu’uttuu hin godhamin, odduu teessanitti akka jirtu odeeffamaara. Nami niitii abbaa ifii haadiqqoo ifii akka niiti’ii godhateeru jira. 2 Maarre, wonni fokkoo akkanaa odduu teessan jirtuun hin gadditan malee, attam koortan? Nama akkasii odduu teessaniin baasa’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também