15 Yesuus Ilma Waaqaa akka te’e nami dhugeessu maraa, Waaqi isa keessa, innille Waaqa keessa hin jiraata. 16 Nuuti jaalala Waaqi nu’uuf qabu beennee, dhugeeffanneerra.
Waaqi jaalala; nami jaalalaan jiraatu Waaqaan jiraata, Waaqille isaan jiraata.