Pular para o conteúdo
Publicidade

1 João 4

16 Nuuti jaalala Waaqi nu’uuf qabu beennee, dhugeeffanneerra.

Waaqi jaalala; nami jaalalaan jiraatu Waaqaan jiraata, Waaqille isaan jiraata.

17 Biyya lafaa tana irratti akkuma Kiristoos le’e waan leeneef guyyaa mura’aa ifi-addii hin qabaanna; akka kanaan jaalaltiin Waaqaa nu keessatti guutanteerti. 18 Jaalala keessa sodaan hin jirtu; jaalaltiin guutuun sodaa baattee gatti; sodaan adabama woliin waan wol qabatteertuuf, nami sodaatu jaalaltiin isaa guutu’uu moti.

Veja também