Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamu'elii 16

11 Maarre inni Iseyiin, «Ilmaan teeti tanuma calla’aa?» jedhee gaafate.

Iseyille, «Maandhich isaan maraa hin dhunne; inni hoolee tissiisatti jira» jedhee deebise;

Saamu’elille, «Haga inni dhufutti nuuti waan gad hin teenneef, itti ergiitii isa fichisiisi!» jedhe. 13 Saamu’elille gaafa Zayiti’iin guutame fuudhee obboleeyyan isaa duratti isa muude; guyyaa sanii jalqabee Ayyaanni Mootii Waan Maraa Daawiti irratti bu’e; achiin duuba Saamu’el gara Raama’aa deebi’e.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também