Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ximootewoos 3

16 Dhossaan dhugeeffannaa teennaa mama tokko malee guddo’oo; tanaaf,

«Inni foon uffatee mudhateera;

dhugaa akka te’e Ayyaanaan mirkaneeffameera.

Ergantoota Waaqaatitti mudhateera;

kolbaa biyya lafaatiif lallabameera.

Biyya lafaa duudi’itti dhugeeffatameera;

ulfinnaan gara ol-gubbaaa fudhatameera» jedhamee himameera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também