17 Jaarsolee wolde’a kiristaanaa akka dansaa sooressitu, keessumattuu ta jabaattee lalladdee barsiittuuf, ulfinna gudda’atti male. 18 Barreeffam Woyyichi, «Qotiyyoo midhaan dhowiisatti jirtu afaan hin hidhin», akkasuma, «Hojjata’aaf mindaan kennamuu qaba» jedha.5:18 Mat. 10:10; Luq. 10:7
Publicidade