Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Qorontoosii 2

Nama Yakkeef Araaramuu

5 Nami nama gaddisiise yoo jiraate inni ka gaddisiise anaa moti; yakkaa itti o’isiisa hin te’in malee, gara tokkoon inni isin duudii gaddisiise. 6 Nama akkasii kana, adabbiin isin hedduun adaddane hin geetti. 7 Namichi kun guddoo gaddiisa irraa ka ka’e addii akka hin kutanne, isaaf araarantanee jajjabeessuu qaddan. 8 Maarre isa jaalatuu keessan akka mirkaneessitanu isin kadhadha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também