Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Dabarsi'i 14

7 Inni namoota Yihuda’aatiin, «Biyyi tun harka keenna jala waan jirtuuf, kowa’a, qachoota kana ijaarree, dalleya xelleephoo qabu itti naannessinee, karra itti baafannee, danqaraa itti goona. Nuuti Mootii Waan Maraa Waaqa keenna waan barbaanneef, inni karaa maraan foora nuu kenneera» jedhe. Maarre isaan ijaarane; isaaniif milkootte.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também