Publicidade

2 Crônicas 15

2 Azaariyaan gara Aasaa mootichaa dhaqee, «Aasaa, isinille namooti Yihuda’aatii fi namooti Beniyaaminii marti na dhage’aa! Yoo isin Mootii Waan Maraa woliin jiraattane, innille isin woliin hin jiraata. Yoo isa barbaaddane, innille isiniif hin dhaggama; yoo isa lakkittane ammoo, innille isin hin lakkisa.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-