17 Isin lola kana keessa loluu hin barbaachisu. Addee qabadha’aa, jabaadha’aa dhaabbadha’aatii, baasiisa Mootiin Waan Maraa akka isin baasu ilaala’a! Isin ee worra Yihuda’aatii fi worra Yerusaalemii! Hin sodaatina’a, hin rifatinaalle’e! Mootiin Waan Maraa isin woliin waan jiruuf, boru baya’aa deema’aatii isaan lola’a› jedha» jedhe.
Publicidade