Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Ergaa Pheexroosii 3

17 Isin ammoo, jaalota tiyya! Waan kana waan duruu beettanuuf dokonkora worra jalliye’eetiin harkifantanee ijjanoo teessan jadduu irraa akka hin banne, ifi eegadha’a. 18 Ammoo badhaadhaa fi beekkuma Gootta’aa fi Fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ittuma guddadha’a. Ammaa fi haga bara baraa ulfinni isaaf te’u! Ameen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

2 Pedro
Ver todos os capítulos de 2 Pedro