7 Ol-gubba’aa fi latti amma jirtu tun ammoo, akka ibiddaan badanuuf, haga guyyaan mura’aatii fi badiin worra Waaqa malee le’uu geettutti, jechuma kanaan eegaman.