Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Reis 22

Mootii Yihuda’aa Yosiyaas

1 Yosiyaas yennaa mootii te’e nama woggaa saddeetii ti; inni Yerusaalem keessa tee’ee, woggaa soddomii tokko bulche. Maqaan Haadha isaa Yidiida’a; isiin intala Adaayaa nama qachaa Bozqaa ti.

Veja também