27 Isiin gaara Qarmelosii nama Waaqaa Elsaa’i bira yennaa geette, miila isaa qadde; Gehaaz isa irraa isii darbiisaaf gara isi’ii dhufe; Elsaa’i ammoo, «Lakkis; isiin gadda hamaa keessa jirti; Mootiin Waan Maraa ammoo maaf akka gaddite na dhossee, natti hin hinne» jedhe.
Publicidade
2 Moototaa 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.