Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Moototaa 5

Na’amaan Dhukkuba Goga’aa Farrisiisaa Irraa Fayye

1 Na’amaan ajajaa loltoota mootii Sooriya’aa ti; Mootiin Waan Maraa karaa isaatiin loltoota Sooriya’aatiif injifachaa waan kenneef, inni goottaa ifii duratti nama gudda’aa fi nama ulfinna qabu. Inni loltuu jaba’a; ammoo dhukkuba goga’aa farrisiisaa qabaayyu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também