Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Tessalonicenses 2

3 Finqilli adoo hin ka’in dura jallichi ilmi badi’iille adoo hin mudhatin guyyaan sun waan hin dhunneef, nami tokkolle karaa kamiinuu isin hin wollaalchisin. 4 Inni waan waaqa jedhamanu yookiin waaqonfatanu caalaa ifi ol qaba; ifille’een, «Ani Waaqa» jedhaa Galma Waaqaa keessa ifi teessisa.

Veja também

2 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 2 Tessalonicenses