Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 1

20 Hiikkaan dhossaa urjoota torbaatii fi wonna issaan irra keyamuu ka worqi’iin hujame torbaa, ka ati harka kiyya middichatti dhaggitee kana: Urjooti torba ergantoota Waaqaa ta wolde’oota kiristaanaa torbaa ti; wonni issaan irra keyamu ka worqi’iin hujame torba, wolde’oota kiristaana torba.

Veja também