Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 1

5 Yesuus Kiristoosii dhugaa-bayaa addatamaa, ka worra du’e keessaa angafa te’ee kaafamee fi bulchaa mootota lafa tanaa te’e biralle’ee isiniif te’u jedha.

Ka nu jaalatee cubbuu teenna jalaa dhiiga ifiitiin bilisa nu baasee, 6 Waaqa Abbaa isaa akka tajaajilluuf mootumma’aa fi hayyoota ka nu godheef, ulfinnii fi hunni bara baraa, haga bara baraa teetu! Ameen.1:6 Mudh. 5:10

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também