Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 12

9 Jawween guddoon gad qolaanfante; isiin Diyaabiloosii yookiin Seexana biyya lafaa duudii wollaalchise jedhamu, dhudhuufaa bara durii ti. Isiin gad gara lafaa qolaanfante; ergantooti isi’iille isii woliin qolaanfante. 10 Anille ol-gubbaa keessaa qoonqoo guddoo dhage’e; isiilleen,

«Amma fayyinni, hunni, mootummaan Waaqa keennaatii fi

baalliin Kiristoosii isaa dhutteerti.

Himattooti obboleeyyan teennaa,

ta halkanii fi guyyaa Waaqa keenna duratti

isaan himataa turtelle gad qolaanfanteerti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também