Publicidade

Apocalipse 13

16 Akkasuma diqqa’aa fi guddaan, dureessii fi hiyyeessi, gootta’aa fi garbichi marti harka middicha irratti yookiin adda ifii irratti beessisa akka godhatanu hunnaan tolche. 17 Beessisa bineensa qaraa ka maqaa isaa yookiin laakkossa maqaa isaa mudhisu, yoo ifi irraa qabaate malee, nami tokkolle bitatu’uu fi gurguratuu akka hin dandeenneef akkasi tolche.

18 Wonni tun qarummaa barbaaddi. Laakkossi kun laakkossa namaa waan te’eef, nami qalbii qabu maraa laakkossa bineensa kanaa herregee bira gewuu ti; laakkossi isaalle, dhibba jaa fi jaatamii fi ja.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-