Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 15

4 Gootta’a! Nami si hin sodaanne,

ka maqaa keetille hin guddinne eennu?

Si calla’attuu woyyicha;

hujiin15:4Hujii: Muraan teeti balchittiin waan mudhatteef,

gosi biyya adda addaa mara dhufee,

si’iif hin sagada» jedhane.

Veja também