Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 2

14 «Te’uu malee waan si irratti ciicadhu waan diqqaa qaba: Ijoolleen Israa’elii sagalee waan Waaqa hin te’iniif woreegante akka nyaattuu fi akka sagaagaltu gufuu dura keyiisaaf, barsiisa Bala’aamii ka Baalaaq barsiise worri hordofu isin keessa jira. 15 Akkasuma barsiisa worra Niqolaawotaa worra hordofulle qadda. 16 Tanaaf cubbuu irraa deebi’i; yoo akkas hin te’in, ani ariifadhee dhufee, shallaagaa afaan kiyyaatiin isaan hin lola.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também