20 «Te’uu malee waan si irratti ciicadhu qaba: Dubartii Iizaabel jedhantu ta ifiin, ‹Ani raaddu’u› jettu cadhittee itti lakkitteerta. Isiin barsiisa ifiitiin akka tajaajiltooti tiyya sagaagaltuu2:20Sagaagaltuu: Ofattuu fi sagalee waaqa dharaatiif woreegante akka nyaattu dokonkorsiti.
Publicidade