Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 21

12 Dalleya dhaka’aa gudda’aa fi dheeraa, ka karra kudhanii lama qabu qaba; karroota san irra ergantooti Waaqaa kudhanii lama dhaabbatanee eegiisatti jiran; maqaan gosa Israa’elii ka kudhanii lamaaniituu irratti barreeffameera. 13 Karaa aduun baatuun karra sad, karaa oliitiin karra sad, karaa gadiitiin karra sad, karaa aduun seentuun karra saditti jira. 14 Dalleenni dhaka’aa ka qachaa sanii hundee kudhanii lama qaba; isaan san irralle’etti, maqaan ergantoota Hoolichaa ka kudhanii lamaaniituu barreeffameera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também