Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 21

5 Ka barcumaa mootumma’aa irra tee’eeru sunille, «Kunoo, ani waan mara haareya godha!» jedhe; itti dabaleelle, «Jechi kun addatama’aa fi dhugaa waan te’eef barreessi» naan jedhe.

Veja também