Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 22

Laga Jiru’uu

1 Achiin duuba ergamaan Waaqaa laga bisaan jiru’uu, ka akka cabbi’ii calalaqu, barcumaa mootummaa Waaqaatii fi Hoolichaa irraa yaa’uun natti mudhise. 5 Haganaa achi halkan hin jiraatu; Waaqi Goottaan ifa isaanii waan te’uuf, ifi issa’aa, yookiin ifi adu’uu isaaniif hin barbaachisu. Isaan bara baraa haga bara baraatitti hin mowan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também