Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 22

18 Ani nama jecha raagaa, ka Kitaaba kanaa dhage’u mara ifi eeggachiisa; eennulle jecha kana irratti waan tokkolle yoo ede’e, Waaqi balaa Kitaaba kana keessatti barreeffame isatti ede’a; 19 eennulle jecha raagaa ka Kitaaba kana keessatti bareeffame keessaa waan tokkolle yoo dhidhise, Waaqille muka jiru’uutii fi qachaa woyyicha kitaaba kana keessatti barreeffamane keessaa qooda isaa dhidhisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também