Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 4

8 Dadi lubbuu qaddu arfanuu koola jaan jaan qaddi; keessaa fi gubbaalle’een ila hedduu qaddi. Halkanii fi guyyaa adoo hafuura hin fudhatin,

«Goottaan Waaqi waan mara dande’u,

ka duri jiru, ka amma jiruu fi ka dhufu,

Woyyicha, Woyyicha, Woyyicha!» jedhaa faarfatti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também