Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 5

13 Achiin duuba dadi ol-gubbaaa, ta lafa irraa, ta laafaan jalaa, ta abbaayaa keessaatii fi ta isaan mara keessa jirtu marti,

«Galanni, guddinni, ulfinnii fi baalliin,

ka barcumaa mootumma’aa irra tee’eeruu fi Hoolichaaf,

bara baraa haga bara baraa te’u» jedhaa faarfatanuun dhage’e.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também