Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 6

12 Hoolichi chaappaa jayeesso’oo banuun dhagge. Tacho’i lafaa guddaan te’e; aduun akka cile’ee gurraachotte; jiinille guutuma guutu’utti akka dhiigaa diimate. 13 Akkuma midhaan harru’uu ka hin bilchaatin qilleensa jaba’aan hargufamee harca’u, urjooti gubba’aa gadi lafatti harcaate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também