Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 6

3 Yennaa Hoolichi sun chaappaa lammeessoo bane, dadi lubbuu qabu ka lammeesso’oo, «Koy!» jedhuun dhage’e. 4 Achiin duuba fardi dhibiin diimaan ibiddi gad baye; ka farda san irra tee’eerulle, akka nageya lafa irraa balleessuu fi akka namooti wol qalanu akka godhuuf baalliin kennanteef; shallaagaan guddaalle kennameef.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também