Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 7

16 Haganaa achi hin beelowanu; deebi’aneelle hin dheebotanu, aduun isaan hin dhoottu, o’i finiinaalle isaan hin gubu. 17 Sababille, Hoolichi odduu barcumaa mootumma’aa jiru tissee isaanii hin te’a; gara madda bisaan jiru’uulle isaan hin geessa. Waaqille ila isaanii irraa imimmaan mara hin haqa» anaan jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também